Xiinxala Gahee Dubbiin Qolaa Afaan Barsiisuu Keessatti Qabu: Xiyyeeffannoon Kitaaba Afaan Oromoo Kutaa12FFAA

dc.contributor.advisorDheeressaa, Dinqeessaa (PhD)
dc.contributor.authorItichaa, Alamuu
dc.date.accessioned2019-04-18T07:34:41Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:44Z
dc.date.available2019-04-18T07:34:41Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:44Z
dc.date.issued2017-08
dc.description.abstractKaayyoon Gooroo qorannoo kana gahee dubbiin qolaa afaan barsiisuu kitaaba afaan oromoo kutaa 12ffaa keessatti qabu xiinxaluudha. Ka‟uumsi qorannoo kanaas sababoota jechamoonni, ciigoowwanii fi haasawan guyyuu hiikni isaanii ifatti hin mul‟anne kitaabicha keessatti argamaniif qorannoo kanaan beekumsa dabaluufi. Kanumarraa ka‟uun qoratichi gaaffilee bu‟uuraa gosoota, faayidaa , ciminaa fi hanqina dubbiin qolaa afaan barsiisuu keessatti qabuu ifa gochuudha. Kana milkeessuuf malleen qorannoo walkeessoo ta‟an mala Ammamtaa fi mala akkamtaa fayyadamuun xinxala bifa lakkoofsaa fi jechaan gaggeessuni. Gosoonni dubbii qolaa kitaabicha keessatti argamaniis Akkee, Iddeessa, Namee, Mitihee,Arbeessaa fi Atee yoo ta‟an , afaan barsiisuu keessatti fayyadama birooraa kan adda taasisu: Karaa hawwataa ta‟een ergaa dabarsuu, Hiika jechoonni duraan qaban irratti garmaalee olkaasuun ykn gadi buusuun dhimmoota hawaasaa,Aadaa,Seenaa fi seera afaanii qabiyyee ogafaaniitti fayyadamuun barsiiseera. Dhumarrattis shoorri afaan barsiisuu keessaatti qabu guddaa ta‟uun isaa hubatamee kunuunsuudhaan dhalootaa dhalootatti dabarsuun barbaachisaadha.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/18035
dc.language.isoenen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleXiinxala Gahee Dubbiin Qolaa Afaan Barsiisuu Keessatti Qabu: Xiyyeeffannoon Kitaaba Afaan Oromoo Kutaa12FFAAen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Alamuu Itichaa.pdf
Size:
649.03 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: