Qaaccessa Meeshaalee Aadaa: Faaya Dhiirotaa Oromoo Kamisee Aanaa Dawa Caffaa

dc.contributor.advisorTaliilaa, Xilaahun (PhD)
dc.contributor.authorTasfaayee, Bareechaa
dc.date.accessioned2020-11-10T07:52:45Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:54Z
dc.date.available2020-11-10T07:52:45Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:54Z
dc.date.issued2019-08
dc.description.abstractQorannoon kun Mata duree Qaaccessa Meeshaalee Aadaa: Faaya Dhiirotaa Oromoo Kamisee Aanaa Dawaa Caffaa dha.Gaaffileen bu’uraa qorannichaa, immoo Meeshaalee faaya dhiironni itti fayyadamaniifi waantota miidhagina isaanii waliin wal qabatan maal akka ta’e? Meeshaaleen aadaa faaya dhiirotaa qaama kamirratti akka godhatamu ? Kan jedhuufi waantota itti fufinsa meeshaalee faaya dhiirotaarratti danqaa ta’an maal maal fa’aa?. Kan of keessatti qabatee yoo ta’u. Kaayyoon qorannichaa immoo Meeshaalee Aadaa Faaya Dhiironni itti fayyadaman addaan baasuun qaaccessu, Qaama meeshaaleen kun itti faayamaniifi waantota itti fufinsa meeshaalee aadaa faaya dhiirotaatti danqaa ta’an aaddaan baasuun kaa’uudha.Qorannoo kana galmaan ga’uuf, maddi ragaa maanguddoota meeshaalee aadaa:faaya dhiirotaa irratti uffachuunis ta’ee gargaaramuurratti muuxannoo qaban mala iddatteesuu miti carraa ta’ee Akkayyoon filatamaniidha. Odeeffannoon qorannichaaf oolan immoo meeshaalee fuunaansa odeeffannoo keessaa Daawwannaa, Af-gaaffiifi Mariigareen walitti qabuun danda’ameera. Ragaaleen kallattii garaagaraa irraa meeshaalee meeshaalee funaansa odeeffannoo armaan oliitti heeramaniin walitti qabaman kunneen mala akkamtaa fayyadamuun boqonnaa afur jalatti qaacceffamaniiru. Ragaalee qaacceffaman kanarraa argannoowwan argaman meeshaalee aadaa faaya dhiirotaa yeroofi bakki tajaajila isaa irraanfatamuufi meeshaalee ammaayaa gabaadhaa bitamu waliin walmakuun argameera. Akkasumas Meeshaaleen Aadaa Faaya Dhiirotaa bakkeewwaan lolaatti kan uummatichi itti gargaaramaa ture kanneen iddoo biraatti baratamaa hin taane kan argameedha.Yaboon qorannichaa immoo Meeshaalee Aadaa Faaya Dhiirotaa kan hawaasichaa ta’e yeroo yerootti qorachuufi kunuunsuun dhaloota kallattii qabsiisuun akka itti fayyadaman gochuun gahee waajjira Aadaafi Tuurizimii aanichaa qofa osoo hin taane dammaqina hawaasa hundaa gaafatata.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/23130
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.subjectOromo Languageen_US
dc.titleQaaccessa Meeshaalee Aadaa: Faaya Dhiirotaa Oromoo Kamisee Aanaa Dawa Caffaaen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Bareechaa Tasfaayee.pdf
Size:
2.04 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: