Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Roorroo, Xibabuu"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaaccessa Ga’umsa Qabiyyee Moodelaa Qormaataa Barnoota Afaan Oromoo Kutaa 10 Bara 2007
    (Addis Ababa University, 2008-07) Roorroo, Xibabuu; Dheeressaa, Dinqeessaa
    Qorannoon kun qaaccessa ga‟umsa qabiyyee moodelaa qormaata Afaan Oromoo kutaa 10 bara 2007 kangaggeeffamu ta‟ee kaayyoon qorannoo kanaa moodeelaa qormaata Afaan Oromoo kutaa 10 bara 2007 hojiirra oole ga‟umsa qabiyyee qabaachuu yookiin qabaachuu dhabuu isaa addaan baafachuudha. Malli qorannoo kana keessatti qoratichi dhimma bahe mala qorannoo ammamtaafi mala ga‟umsa qabiyyee qormaataa ittiin madaalamu mala walsimannaa (alignment method)ti. Kitaabni barataa Afaan Oromoo kutaa 9fi 10 walitti boqonnaawwan 18,18 walqixa qabu. Wayitiin boqonnaalee kanneen jalatti qabiyyeewwan garaagaraatiif ramadaman haala qabiyyeewwan qormaata moodelaa waliin walsimannaa qabaachuu isaanii qaacceffameera. Kunis mala walsimannaan qorannoon gaggeeffameera. Qaaccessi ragaalee meeshaalee addaddan funaanaman irratti taasifameen bu‟aan qorannoo argameera. Akka bu‟aa qorannoo kanaatti moodelli qormaataa barnoota Afaan Oromoo kutaa 10 bara 2007 ga‟umsi qabiyyee xiqqaa akka qabu hubatameera. Bu‟aa qorannoo kanaarratti hundaa‟uun yaanni furmaataa taa‟eera. Kunis moodelli qormaataa barnoota Afaan Oromoo yeroo qophaa‟u qabiyyeewwan adda addaa kitaaba barataa kutaa 9fi10 keessatti dhihaatan kan bakka bu‟u ta‟uu qaba. Qormaanni moodeela Afaan Oromoo kutaa 10 yeroo qophaa‟u gosoota gaaffii kitaaba barataa keessatti shaakalaman haala walfakkaatuun osoo qophaa‟an gaarummaa qaba

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023