Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Oljirraa, Tamasgeen"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaaccessa Fayyadama Afaanii Kitaaba Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 20ffaa
    (Addis Ababa University, 2019-08) Oljirraa, Tamasgeen; Dheeressaa, Dinqeessaa (PhD)
    Kaayyoon qorannoo kanaa fayyadamni afaanii kitaaba Seenaa Hanga Jaarraa 20ffaa keessatti maal akka fakkaatu qaaccessuudha. Kaayyoo kana galmaan gahuudhaaf mala qorannoo akkamtaa gargaarameera. Ragaalee mala funnaansa sakkatta’a dokumaantiidhaan funaanamee dhimma itti bahamee jira. Ragaaleen meeshaa funaanasa kanaan argamees akkaataa duraa duuba isaniin tarreeffamuunxiinxalamee ibsameera. Haaluma kanaan bu’aan qorannoo kanaa akka mul’isuutti, kitaabni seenaa kun rakkoo fayyadama afaanii akka qabu kan mul’isee yoo ta’u, keesummattu, fayyadama jechootaa ergifannaa, jechoota loogaafi jechoota safuu irratti hanqinni bal’aan akka ta’ee mul’isa. Kanaafuu, argannoo qorannoo kanaarratti hundaa’uun yaadni furmaataa kennamees, barreeffama keessatti jechoota ergisaa fayyadamuurra, jechoota afaanichaa fayyadamuu, fayyadamni jechootaa barreeffama keessatti aadaafi duudhaa hawaasaa afaanichaaf ofeeggannoo gochuu akka qabu taa’eera.Hanqina fayyadama jechoota loogaan mul’atanseera afaan waalteessuun, ogeeyyii barnootaafi barattootni akkasumas barreessitootni gaheenurraa eegamuu bahuun guddina afaanichaaf gumaachuun barbaachisaadha.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023