Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Leensee Tasfaa"

Now showing 1 - 2 of 2
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaacceessa Yoomessaafi Waldhabbii Asoosama Hiree Jal‟ Atte
    (Addis Ababa University, 2023-11) Leensee Tasfaa; Lataa Fayisaa
    Qorannoon kun kaayyoo isaa inni ijoon asoosama Hiree Jal'atte jedhu keessatti caacculee asoosamaa jiran keessaa yoomessaafi waldhabbii maal akka fakkaatu qaaccessuu irratti xiyyeeffata.Qaaccessa godhamu kana keessattis wantonni ka'an;akaaku yoomessa asoosama kana keessatti argaman tarreessufi akaakuwwan waldhabbii asoosama kanaa keessatti argaman tarreessuufi walitti hidhaminsa yoomessaafi waldhabbii faayidaa maali akka qabu ifoomsuu fa'i.Qorannoo kana rawwachuuf malli qorannoo itti dhimma bahe mala qorannoo akkamtaati.Maddi ragaa qorannoo kanaas madda ragaa tokkoffaafi madda ragaa lammaffaa yoo ta'u,isaanis kitaaba asoosama Hiree Jal'atteefi barruulee addaa addaa sakattaa'uudhani.Qorannoon kun qaaccessa keessatti kutaa lamaan dhiyaate.kutaan kunis qaaccessa yoomessaafi waldhabbii asoosama Hiree Jal'atte isa jedhu yammuu ta'u,boqonnaa lammaffaa keessatti yaaxinni haayyota adda addaa eeramera.Yaadota kana bu'uura godhachuudhaan boqonnaan sadii xiinxalameera.Argannoon qorannoo kanaa ergaan asoosama Hiree Jal'tte keessa jiru irra caala yoomessaafi waldhabbii irratti bu'uuree kan jiru ta'uun hubatameera.kana malees barreessaan asoosamichaa yoomessifi wal dhabbiin addunyaa dhugaa akka ibsan dhimma itti ba'eera
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaacceessa Yoomessaafi Waldhabbii Asoosama Hiree Jal‟ Atte
    (Addis Ababa University, 2022-09) Leensee Tasfaa; Lataa Fayisaa
    Qorannoon kun kaayyoo isaa inni ijoon asoosama Hiree Jal'atte jedhu keessatti caacculee asoosamaa jiran keessaa yoomessaafi waldhabbii maal akka fakkaatu qaaccessuu irratti xiyyeeffata.Qaaccessa godhamu kana keessattis wantonni ka'an;akaaku yoomessa asoosama kana keessatti argaman tarreessufi akaakuwwan waldhabbii asoosama kanaa keessatti argaman tarreessuufi walitti hidhaminsa yoomessaafi waldhabbii faayidaa maali akka qabu ifoomsuu fa'i.Qorannoo kana rawwachuuf malli qorannoo itti dhimma bahe mala qorannoo akkamtaati.Maddi ragaa qorannoo kanaas madda ragaa tokkoffaafi madda ragaa lammaffaa yoo ta'u,isaanis kitaaba asoosama Hiree Jal'atteefi barruulee addaa addaa sakattaa'uudhani.Qorannoon kun qaaccessa keessatti kutaa lamaan dhiyaate.kutaan kunis qaaccessa yoomessaafi waldhabbii asoosama Hiree Jal'atte isa jedhu yammuu ta'u,boqonnaa lammaffaa keessatti yaaxinni haayyota adda addaa eeramera.Yaadota kana bu'uura godhachuudhaan boqonnaan sadii xiinxalameera.Argannoon qorannoo kanaa ergaan asoosama Hiree Jal'tte keessa jiru irra caala yoomessaafi waldhabbii irratti bu'uuree kan jiru ta'uun hubatameera.kana malees barreessaan asoosamichaa yoomessifi wal dhabbiin addunyaa dhugaa akka ibsan dhimma itti ba'eera.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023