Browsing by Author "Dhugumaa Geetahun"
Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
Item Xiinxala Waldiddaa Asoosama Aarsaa(Addis Ababa University, 2021-11) Dhugumaa Geetahun; Siinqinesh Alamuu (Ma)Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa waldiddaa asoosama 'Aarsaa' xiinxaluudha. Qorannoo kana qorachuuf kan na kakaase, hangaan qorannoo kitaabicha irratti hojjetame iaaluuf yaaletti gama kanaan qorannoon hojjetame hin jiru. Kanaaf, akaakuu waldiddaa addaan baasuu, qindoomina waldiddaa, jiruufi jireenya hawaasa keessatti maal akka fakkaatuufi Sadarkaalee waldiddaa addaan baasuudha. Qorannoo kana geggeessuufis mala Sakatta'a dookumentiin ragaan kan funaanamedha. Ragaan funaanames mala xiinxala akkamtaan kan geggeeffame yommuu ta'us, xiinxalli bal'aan kaayyoo gooree Bu'uureffatee geggeeffameera. Dhumarratti cuunfaan, argannoofi yaboon kitaaba 'Aarsaa' dhiyaataniiru.