Browsing by Author "Boontuu Abbabee"
Now showing 1 - 2 of 2
Results Per Page
Sort Options
Item Xiinxala Fayyadama Dubbii Haalawaa Asoosama Eelaa Jireenyaa Keessatti(Addis Ababa University, 2022-09) Boontuu Abbabee; Biiniyaam JambareeKaayyoon qorannoon kanaa dubbii haalawaa asoosama„‟Eelaa jireenyaa‟‟ xiinxaluu irratti kan xiyyeeffatuudha.Qorannoo kana milkeessuuf qorattuu kanatti kaka‟umsa kan uume; malleen dubbii asoosama Eelaa Jireenyaa keessatti argaman ifa akka ta‟an waan barbaadeef mala qorannoo akkamtaatti dhimma bahuun,kitaaba asoosama Eelaa Jireenyaa akkasumas qorannoowwan biroo kanaan walitti dhiyaatan madda ragaa tokkoffaa fi lammaffaa godhachuun argannoon qorannoo kanaatiis dubbiiwwan haalawaa gosoota isaan kan walaloo kana keessatti itti fayyadame kitaabicha keessatti gosoonni malleen dubbii akkasaa, nameessuu, bakkasaa, atee, mallattoo, sobdhugaa, habalaka fi tuqseetti akka itti fayyadamee barameera. Haata‟u malee barreessaan walaloo kun mala dubbii osoon itti hin fayyadaman dagatee bira darbe jiraachuusaa bira gahameera.Haaluma kanaan maleen dubbii barreessaan kun dhimma itti baheefi utuu hin fayyadamani darbe akka gadifageenyaan ibsamu ni taasfina.Akkasumaas qorannoo kanaaf guduunfaa fi yaadni furmaata lafa ka‟ameera.Item Xiinxala Itti Fayyadama Malleen Dubbii Walaloo „Siifan‟ Keessatti(Addis Ababa University, 2021-10-01) Boontuu Abbabee; Biiniyaam Jambaree(PhD)Kaayyoon qorannoon kanaa itti fayyadama maleen dubbii walaloo ‘’Siifan’’ xiinxaluu irratti kan xiyyeeffatuudha. Kaayyoon qorannaa kanaa maleen dubbii walaloo siifan keessatti argaman baasuuf qabiyyee isaan xiinaluudha. Qorannoo kana kana gochuuf qorataa kanatti kaka’umsa kan ittii uume; fayyadama malleen dubbii walaloo siifan keessatti argaman ifa akka ta’an waan barbaadeef mala qorannoo akkamtaatti dhimma bahuun, kitaaba walaloo siifani fi akkasumas qorannoowwan biroo kanaan walitti dhiyaatan madda ragaa tokkoffaafi lammaffaa qorachuun argannoon qorannoo kanaatiis dubbiiwwan haalawaa gosoota isaan kan walaloo kana keessattiitti fayyadame kitaabicha keessatti gosoonni malleen dubbii akkasaa,nameessuu, bakkasaa, atee,mallattoo, sobdhugaa, habalaka fi tuqseetti akka itti fayyadamee barameera.Haata’u malee barreessaan walaloo kun mala dubbii osoon itti hin fayyadaman dagatee bira darbe jiraachuusaa bira gahameera. Haaluma kanaan maleen dubbii barreessaan kun dhimma itti baheefi utuu hin fayyadamani darbe akka gadifageenyaan ibsamu ni taasiisa. Akkasumaas qorannoo kanaaf guduunfaa fi yaadni furmaata lafaa ka’ameera.