Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Tashoomaa Tolaa"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Afwalaloo Sirba Wadaajii Oromoo Salaalee Aanaa Hidhabuu Abootee.
    (Addis Ababa University, 2021-11) Tashoomaa Tolaa; Xilaahuun Taliilaa (PhD)
    Kaayyoon qorannoo kanaa akka waliigalaatti afwalaloo sirba wadaajii Oromoo Salaalee aanaa Hidhabuu Abootee qaaccessuudha. Ka’uumsi qorannoo kanaa inni ijoon afwalaloon sirba wadaajii yeroo ammaa kana dagatamuu, bifa barreeffamaatiin olkaawwamee dhabamuu, bifa qorannootin hawaasaaf bahee mul’achuu dhiisuu fa’aan qorataa kana akka madda rakkootti qorannoo kanaaf karaa baneera. Kaayyoowwan kunneen galamaan gahuufis qorataan kitaabilee waa’ee afawalaloo sirba wadaajiin wal qabatan sakatta’amaniiru. Askeessattis odeeffannoowwan madda ragaa 1ffaafi 2ffaa kallattii maraan kan fayyadamame yoo ta’u, madda raga 1ffaa mala iddatteessuu kaayyawaafi darbaa dabarsaan qaacceffamuuf kan filatameedha. Udeeffannoo madda raga 1ffaa irraa funaanuuf daawwannaafi bifa afgaaffiitiin hojiirra kan oolan ta’ee, odeeffannoowwan tooftaalee kanaan walitti qabaman tooftaa qorannoo akkamtaan yookan ibsaan qaacceffamaniiru. Adeemsa kanneen keessa darbuun argannoowwan qabxiilee gurguuddoo shan qaban cuunfamanii kaawwamaniiru. Dabalataanis yaadonni furmaataa rakkoo qorannoo kanaafi afawalaloo sirba wadaajii ta’an qabxiilee muraasan cuunfamanii kaawwamaniiru.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023