Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Taaddasaa Caffiq"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Itti Fayyadama Afaaniifi Faaruu Oromoo Sirna Muuda Keessatti: Xiyyeeffannoon Godina Arsii Aanaa Gunaa Dirree Shibbaash Moominaatti.
    (Addis Ababa University, 2021-01) Taaddasaa Caffiq; Addunyaa Barkeessaa (PhD)
    Kaayyoon qorannoo kanaa itti fayyadama Afaaniifi faaruu Oromoo sirna muuda Dirree Shibbaash Moominaa keessatti maal fakkaata? kan jedhu xiinxaluudha.Akkasumas,barruuleen mata duree kana waliin hidhata qaban sakattaa‟amaniiru.Malli qorannichaa mala akkamtaa yoo ta‟u, tooftaalee iddatteessuu miti carraadha.Gosoota miti carraa keessaa immoo akkaayyoo fayyadameera. Maloonni funaansa ragaalee qorannichaaf hojiirra oolanii af-gaaffii,marii garee,daawwannaadha.Ragaaleen maloota kanaan walitti qabaman ammoo tooftaa qorannoo ibsaa fayyadamuun qaacceffaman. Adeemsa kana hordofuun hojiin qorannoo kanaan bira gaa‟aman: itti fayyadama afaanifi faaruu oromoo Sirna muuda Dirree Shibbaash Moominaa waqtiilee itti kabajamu akka qabu,sirna ayyaana muuda kan qajeelchuu danda‟u hawaasa keessaa warra wayyuu,hayyuu,shananoo faa akka ta‟an,akkasumas faaruwwan adda addaa dhimmoota adda addaaf akka tajaajilaman,kana malees, itt i fayyadamni afaanii sirnicha keessatti waliin dubbii idilee irraaa adda ta‟uu, hirmaattonni saalaan,beekkumsaan,umriin,qabeenyaan,amantaan osoo wal hin qoodinhirmaachuufi seenaa Shibbaash Moominaas ibsamee jira. Faaruuwwaniifi itti fayyadamni afaanii sirnicha kana keessa jiran guddina afaan tokkootiif murteessaa waan ta‟aniif gara ogbarruutti jijjiiramuu akka qaban yaboo qorannoo kana keessatti ibsamanii jiru.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023