Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Seeqaa, Dassaalany"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaaccessaqabiyyee Jechoota Laguu: Xiyyeeffannoon Oromoo Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Kiiramuu Keessa Jiraatan
    (Addis Ababa University, 2016-07) Seeqaa, Dassaalany; Barkeessaa, Addunyaa
    Qorannoon kun kan geggeefame Qaaccessa Qabiyyee Jechoota Laguu: Xiyyeeffannoon Oromoo Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Kiiramuu keessa jiraatanirratti. Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan, qabiyyee jechoota laguu Oromoo kan aanaa kanaa qaaccessuun kaa’uudha. Kaayyoo kanas galmaan ga’uuf malli qorannoo dhimma itti bahame mala qorannoo addeessatti .Kana fiixaan baasuufis mala filmaata iddattookaayyeffataa bu’uura godhachuun odeeffannoowwan barbaachiisoo ta’an madda ragaa tokkoffaafi lammaffaa irraa kan argamanidha.Maddi raga tokkoffaa manguddoota jechoota laguurratti muuxannoo gahaa qabanidha. Maddi ragaa lammaffaa ammoo odeeffannoo barruuwwan maxxanfamaniifi hinmaxxanfamiin irraa kan funaanamanidha. Ragaaleen kunis karaalee meeshaalee funaansa odeeffannoo afgaaffii, xiyyeeffannoo marii gareefi sakatta’a barruuwwanii gaargaaramuun walitti kan qabamanidha. Safuu Oromoo keessatti jechootni laguu , abdii kennuuf,sodaa xiin sammuu jalaa bahuuf ,obsaaf, wal kabajuuf, jaalalaaf,sodaa waaqaaf ,kabaja namaa ,bineensaa , biqilaafi kaanneen kana fakkaatanfi lagatamu.Akka qabiyyeetti kanneen lagataman dhala namaa ,bineensa,biqilaa , mallattoowwan uumaa,laggeeniifi tulluuwwan garaa garaati. Gareewwan hawaasa biratti haalli itti fayyadama jechoota laguu tokko ta’uu baatuyyuu ,hawaasa maraan kan lagatamanidha.Jechootni kuunnen bifa qindaa’aa ta’een barreeffamanii hin jirani. Qindeessani bifa barreeffamaan dhaloota dhufuufi namoota hin beekne barsiisuuf ol kaa’uun barbaachisaadha

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023