Browsing by Author "Salamoon Taalammaa"
Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
Item Qaacceessa Itti Fayyadama Jechootaafi Namfakeessuu Imaanaa Imaltuu(Addis Ababa University, 2021-09) Salamoon Taalammaa; Tolamaaraam Fufaa (PhD)Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa itti fayyadama jechootaa fi namfakkeessuu asoosama Imaanaa Imaltuu jedhu qaaccessuudha. Kaayyon kun galmaa gahuuf mala qorannoo akkamtaattii gargaarameera. Ragaan qorannichaa madda tokkoffaa yommuu ta'u, asoosamicha gadii fageenyaan ergaa dubifameen booda ragaan akkaatuma kaayyoo qorannootti qaacceffamee jira. Argannowwaan gurguddoon qorannoo kanaa Karaalee itti fayyadama jechoota namfakkeessuu Boqonnaa boqonaan qoqoonnee ilaalla kunis kan kalaqaman, karaalee dhaabbanaa qaamaa, karaalee amalaa,karaalee sadarkaa jireenyaafi gochaa isaan rawwatanin yoo ta'an, akka yabootti immoo dhimmi ilaallatu, barattootaafi barsisonnii kolleejjiifi yunivarsiitii, Akkasumas qamoonni ilalatuu hundi hojii dabalataa hojjechuu akka qabaan yaadni dhiyeeffameera.