Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Olaaniitiin, Wubaayyoo"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaaccessa Ergaa Faaruu Haadha Deessuu Mullisan:Aanaa Ada’aa Bargaa
    (Addis Ababa University, 2019-08) Olaaniitiin, Wubaayyoo; Taliilaa, Xilahuun (PhD)
    Qorannoon kun ergaa faaruuwwan Oromoo haadha nama deesse ibsan irratti xiyyeeffata. Kaayyoon guddaan qorannichaas ergaa faaruu haadha deessuu mul’isan:Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa keessatti dhimmoota haadhaan walqabatanii ibsaman qaaccessuudha. Kaayyoo kana galmaan ga’uuf maddi ragaa qorannoo kanaaf odeeffannoon irraa funaaname madda ragaa tokkoffaa yemmuu ta’u, isaaniis, hawwan, jaarsolii Aanaa Ada’aa Bargaa keessa jiraataniifi ogeessota waajjira aadaafi tuuriizimii kanneen waa’ee faaruu haadhaa kana gadifageenyaan beekaniidha. Mala iddatteessuu miti carraa keessaa iddatteessuu akkayyoofi darbaa dabarsaa gargaaramuun filatamaniiru. Meeshaalee funaansa ragaa qorattuun itti fayyadamtees,afgaaffii, daawwannaafi marii gareetiin dhimma bahuun funaanamera. Gosti qorannoo kanaas qorannoo akkamtaa yemmuu ta’u, ragaaleen argamanis mala ibsaatti fayyadamuun haala yoomessaafi ergaa isaaniitiin qaacceffamanii dhiyaataniiru. Argannoowwan qorannoo kanaa akka ibsanitti, Faaruun haadhaa kallattii adda addaatiin dhimmoota haadha waliin wal qabachuun ibsaman af walaloofi yeedaloon dhiyaatee falaasama hawaasichaa kan mul’isuufi tokkummaa hawaasaa kan cimsudha. Safuu hawaasichaa ni barsiisa. Akkasumas hojiif wal kakaasuf, wal qeequuf, amala gadhee dhuunfaafi gareen mul’atu to’achuuf qooda guddaa akka qabu qorannoo kanaan bira ga’aamee jira. Faaruuwwan waa’ee haadholii ibsan kunneenis dubartoonni hawaasa keessatti hawaasummaa, kabaja, jaalala, ogummaafi ga’ee olaanaa qabaachuu isaaniif odeeffannoo qarannoo kanaaf walitti qabaman ragaa ba’aanii jiru. Kana malees, haadholiin hawaasa bal’aafi maatii isaaniin jaalatamoofi kabajamoo ta’uu isaanii qorannoo kana keessatti eeramee jira. Akkasumas haadholiin hawaasa keessatti akka lafee dugdaatti murteessoo akka ta’aniifi fakkoommiin akka ibsaman xiinxallii afoola garagaraa bu’uura godhachuun mul’ateera. Kanaafi kanneen kana fakkaataniif waan fayyaduuf ergaa faaruu haadhaa akka duriitti deebisuun yoo dadhabamellee, barreeffamaan ol kaa’uun hawaasichi akka irraa baratu gochuun barbaachisaadha.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023