Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Nugusee, Sintaayyoo"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Sakatta’a Itti Fayyadama Meeshaaleedeega Barnootaa Sintaayyoo Nugusee Waraqaa Qorannoo Digrii Lammaffaa (Ma) Afaan Oromoo Barsiisuuf Gamisaan Guuttachuuf Dhiyaate
    (Addis Ababa University, 2018-08) Nugusee, Sintaayyoo; Fufaa, Tolamaariyaam (PhD)
    Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa, Mootummaa Biyyoolessa Naannoo Amaaraa Godina Sab-Lammii Orommoo Aanaa Dawaa Caffaa keessatti, ittifayyadama meeshaalee deeggarsa barnootaa barsiisota Afaan Oromoo manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa marsaa lammaffaa kutaa 7ffaafi 8ffaa maal akka fakkaatuu xiinxalluudha. Odeeffannoo barbaachisaa funaanuudhaaf qorannoo makaatti dhimma bahamee jira.Mala iddatteessuu carraatiin manneen barnootaa afurfi barsiisota afur mala kaayyeffatatiin filamaniiru. Meeshaaleen odeeffannoo funaanuuf kan filaman ammo, daawwannaa daree, bargaaffiifi afgaaffiin filamaniiru. Odeeffannoo funaansa armaan olii kana bu’uura godhachuun odeeffannoon erga funaanameen booda argannoo gurguddoo qorannoo kanaa: wayitii daawwannaa daree barsiisonni Afaan Oromoo meeshaalee deeggarsaa malee ibsaan qofa akka barsiisan wayitiilee murtaa’an meeshaalee deeggarsaan akka barsiisan hubachuun danda’ameera. Sadarkaan meeshaalee deeggarsaa barsiisonni fayyadamanii gadaanaa ta’uu, barsiisonni meeshaalee deeggarsaa ijaan muldhatan malee kan dhageeffachaafi ilaallamaa barataman akka hinfayydamne, yeroo daawwannaa daree mirkaneessuun danda’ameera. Kutaa keessatti akka meeshaalee deeggarsaatti tajaajilan gabateen kan hinjirre ta’u, meeshaaleen deeggarsaa maddaa odeeffannoo ta’an qajeelchi barsiisaafi silabasiin ittifayyadama meeshaalee deeggarsaaf mijatoo ta’uu dhabuu, barsiisonni Afaan Oromoo ittifayyadama meeshaalee deeggarsaa irratti leenjii kan hinarganne ta’u, hubannoo, beekumsa ittifayyadama meeshaalee deeggarsaa irratti qaban gadi’aanaa ta’ufi qaamonni dhimmi isaa ilaallatu ittifayyadama meeshaalee deeggarsaaf qaban gadaanaa ta’uu, meeshaaleen deeggarsaa barsiisonni ittifayyadaman walitti hidhata qabiyyee barnootaa wajjiin qabuu gdi’aanaa ta’u qorannoo kanaan mirkaneessuu danda’ameera. Dhumarratti dokimattiiwwan qorannoo kana keessatti xiyyeffatan salphisuu kan danda’an yaadonni furmaataa tarreeffamaniiru.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023