Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Nagawoo Isheetuu"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Adeemsa Raawwii Amantii Waaqeffannaa Galmaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosat
    (Addis Ababa University, 2021-11-01) Nagawoo Isheetuu; Mulgeetaa Nagaasaa (PhD)
    Kaayyoon qorannoo kanaa adeemsa raawwii amantii waaqeffannaa galmaa Godina ShawaaBahaa Aanaa Boosat irratti xiyyeeffachuun ragaalee malleen akka daawwannaa, afgaaffiiifimarii gareetiin guuraman ija uummata naannichaatiin xiinxaluudha. Qorannoo kanaaf ka‟umsakan ta‟e, amantiin waaqeffannaa galmaa kan ganamaa falaasamaafi beekumsa hedduunbadhaadhe umrii dheeraa qabaatee osoo jiruu hanga ammaatti osoo hin barreeffamin, hinqoratamin akkasumas dagatamaa waan jiruuf beekkumsa gabbataa osoo hin tuqamin jiru kanahanga tokko beeksisuufi barreeffamaan kaa‟ufidha. Qorannoo kana gaggeessuufmalaqorannooakkamtaafayyadamuunnamootawaa‟eeadeemsaraawwiiamantaawaaqefffannaagalmaanibeekujedhaman,malaiddatteessuumiticarraanfilatamanirraaragaaleenqorannichaaqaaccessa daawwannaa, marii gareefi afgaaffii gargaaramuun funaanamaniiru. Ragaaleenfunaanamanis akkaataa wal-fakkeenyaafi galumsa isaaniitti qindeessuun matadureeittikennuunxiinxalamaniiru.Qoratichiyaaxxina tajaajilaa bu‟uureffachuunfaayidaaamantiinwaaqeffannaa galmaa hawaasa keessatti qabu xiinxaleera. Adeemsa raawwii amantiiwaaqeffannaa, haala raawwii isaa, horata isaa, yoomessa raawwii isaa,dhiibbaa yookiin gufuuamantii waaqeffannaa, haala yookiin sadarkaa yeroo ammaa amantiin waaqeffannaa irra jiru,akkasumas eebbawwaniifi faaruuwwan amantii waaqeffannaa galmaa achi keessatti argamanergaan isaanii sakatta„amuun xiinxalamanii jiru.Argannoowwan qorannichaas amantiin waaqeffannaa galmaa adeemsa mataasaa kan qabu,yeroofi safuu hawaasaa eegee kan raawwatamu, qooda fudhattoonni isaa baay‟inaandargaggoota ta‟uufi amantiin waaqeffannaa galmaa kun dhaabbiidhaan torbanitti yeroo lama Dilbataafi Jimaata kan gaggeeffamu ta‟uu isaabiragahameera.Kanamalees,amantiinwaaqeffannaagalmaa siyaasa, diinagdeefi hawaasummaa uummataa cimsuu keessatti gaheeguddaa akka qabuufi raawwiin amantii waaqeffannaa akka baduuf dhiibbaan gara garaa irragahaa turuun, yeroo ammaa garuu sadarkaa fooyya‟aarra kan jiruufi abdii kan namatti horuta‟uu isaa argannoodhaan bira gahameera. Gama biraatiin raawwiin amantii waaqeffannaagalmaa aadaa, eenyummaa, seenaafi ilaalcha saba Oromoo waan ibsuuf dhaloonni amma jirukun waa‟ee duudhaa amantii waaqeffannaa isa akaakileefi abaabileen keenya osoo hin baratinbarreeffama tokko malee argaa-dhageettiin asiin ga‟an kana gadifageenyaan qorachuunbarreeffamaan kaa‟ee, dhaloota dhufuuf dabarsuun dirqama hundaat

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023