Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Malkaamee Fufaa"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Dheeraa Imaanaa Imaltuu
    (Addis Ababa University, 2021-09) Malkaamee Fufaa; Amaanu'eel Alamaayyoo (PhD)
    Qorannoon Kun Xiinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Imaanaa Imaltuu irratti kan xiyyeeffateedha.Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa haala itti fayyadama afaanii barreessaan Asoosamaa Imaanaa Imaltuu itti gargaarame xiinxaluudha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan gahuuf malli qorannoo dhimma itti baane mala qorannoo akkamtaati. Maddi ragaa qorannoo kanaa madda ragaa tokkooffaa kitaaba asoosama Imaanaa Imaltuudha. Meeshaan funaansa ragaa qorannoo kana gaggeessuuf dhimma itti baahe kitaaba asoosama kana dubbisuu yaadannoo fayyadamuudha. Argannoon qorannoo kanaan argames, kitaaba kana keessatti sirna qubeessuu, itti fayyadama jechoota Ergisaa, itti fayyadama jechoota loogaa, itti fayyadama filannoo jechootaafi waantoonni kana fakkaatan kan ilaalameedha. Boqonnaa afuritti keessatti cuunfaa argannoofi yaada furmaata qabatee kan dhiyaateedha. Walumaa galatti qorannoon kun boqonnaa afuritti qoodame dhiyaate.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023