Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Kabbabuush Tashoomaa"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Aaccessa Gahee Miinimiidiyaan Mana Baruumsaa: Kallattii Barnoota Afaaan Oromoo Gabbisuu Keessatti Qabu Xiyyeeffannaa Manneen Barnoota Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Hidhabuu Abootee Magalaa Ejeree
    (Addis Ababa University, 2021-11) Kabbabuush Tashoomaa; Xilaahun Taliilaa (PhD)
    Qorannoon kun Qaaccessa Gahee Miinimiidiyaan Mana Barumsaa: Kallattii Afaan OromooGabbisuu Keessatti Qaburraatti manneen barnootaa magaalaa Ejeree keessatti argamanirraatigaggeeffame. Kaayyoon qorannichaas Gahee Miinimiidiyaan Mana Barumsaa: Kallattii AfaanOromoo Gabbisuu Keessatti Qabu maali , isa jedhu deebisuuf qoratame. Barbachisummaan firiiqorannoo kanaa, namoota gara fuula duraa mata-duree kanaan wal fakkatan irratti qorannoogeggeessaniif akka madda ragaatti fayyada. Barsiisota Afaan Oromoo barsiisan tooftaamiinimiidiyaatti fayyadamanii afaan barsiisanqorannoonkunwaankaa`uuirraafayyadamuudanda`u.Barattootaafaankanabarataniifdandeettiwwanafaaniiakkagabbifatanilleenifayyada.Qopheessitootasirnabarnootaaqorannoonkunbu`aamiinimiidiyaanbarnoota afaan Oromoo gabbisu keessatti qabu adda baasee waan kaa`uuf,qopheessitoota sirna barnootaaf illee sagantaa miinimiidiyaa akka sirna barnootaa keessagalchanii qopheessaniif ni fayyada. Bakki itti gaggeeffames Godina Shawaa Kaabaa AanaaHidhaabuu Abootee magaalaa Ejereeti. Malli qorannoon kun ittiin gaggeeffames akkamtaa yoota’u, mala iddattoo mitcarraatu hojiirra oole. Gama meeshaalee ilaalchisee immoomeeshaaleenragaaleen ittiin funaanaman daawwannaa, afgaaffiifi mariigareeti. Gaaffilee afgaaffiitiifi mariigaree gargaaramuun barsiisotaafi barattoota aanichaa keessaa warra miinimiidiyicha irrattibeekumsa qabaniifi gumiicha keessatti hirmaannaa qaban irraa ragaan haala gaariinfunaanameera. Yeroo dawwannaa immoo qorattuun qaaman argamuun kan ragaanfunaannameedha. Barsiisota aanicha keessatti Afaan Oromoo barsiisaniifi gumii miinimiidiyaairratti muuxannoofi beekumsa gabbataa qaban afgaaffiidhaan odeeffannoon irraafunaanameera. Ragaan akkaataa kanaan walitti qabames gadi fageenyaan kan qaacceffame yoota’u, achi irraayyis argannoon argameera. Akka argannoon argame mul’isutti, miinimiidiyaanmana barumsaa barattootafi barsiisotni dandeetti afaanii akka foyyeeffatan, afoola, aadaahaawasaa, safuufi safeeffannaa hawaasa Oromoo keessa jiru kan baratan, barattoonni wantootadareetti baratan caalaa sagantaa isaa irraa waan baal’aafi gadi fagoo akka baratan akkasumassagantaa miinimiidiyaa mana barumsaa kana irrattii illee kanhirmaatubarattootata’uarganneera..Yaboon qorannoo sagantaa miinimiidiyaa manabarumsaaqopheessuu irratti kanxiyyeeffatu irra caalaa barattootaafi barsiisota waan ta’eef osoo qaamni dhimmi isaa ilaalatuakkuma sagantaa barnootaatti yeroon itti kennamee irratti hojjetamee gumiin kun irra caalaaAfaan Oromoo gabbisuu keessatti bu’a qabeessa ta’a.v

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023