Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Hullufee, Chaalawu"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxaala Fayyadama Afaanii Kitaaba Seenaa Abishee Garbaafi Gootota Oromoo Biroo
    (Addis Ababa University, 2017-08) Hullufee, Chaalawu; Barkeessaa, Addunyaa (PhD)
    Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan fayyadama afaanii kitaaba seenaa namootaa irratti barraa’an xiinxaluudha. Kitaabni qorannoo kanaaf filatame matadureen isaa “Seenaa Abishee Garbaafi Gootota Oromoo Biroo” kan jedhu yommuu ta’u, kitaabbichi bara 2010 barreessaa Ginbaar Nagaraatiin maxxanfamee gabaarra kan oole yommuu ta’u, maxxansi lammaffaan ammoo bara 2013 maxxanfame. Kitaaba kana jalqabaa qabee hanga dhumaatti tokkoon tokkoo fuula isaa irratti xiyyeeffachuun dhimaa qorannoo kanaaf irra deddeebi’uun dubbisuun hojirra ooleera. Malli qorannoo kanaa mala akkamtaa yommuu ta’u, mala akkamtaa keessaa iddattoo akkaayyoottii fayyadamuun kitaabichi mala miti carraatiin filameera. Qorannoon kun akka waliigalaatti, fayyadama afaanii kitaaba seenaa Abishee Garbaafi gootota Oromoo biroo jedhurratti hanqina jiruufi hanqina mula’ateef yaada furmaataa kaa’uun barreessitoonni biroo kitaaba seenaa barreessan yoo dhimma itti bahan gargaaruu danda’a. Kanumarraa ka’uun, ragaalee sakatta’a dookumentiitiin funaannamanii jiru. Ragaaleen funaanamanis, mala ibsaa fayyadamuun qaacceffamaniiru.Sabababiin isaas, qorannoon kun gosa qorannoo qulqullinaa waan ta’eef adeemsa kanatti dhimma bahame. Fayyadama afaanii ilaalchisee barreessaan kitaaba keessatti itti gargaarame kan akka fayyadama jechootaa, malleen dubbii, mammaaksota, jechamoota, geerarsa kitaabicha keessatti argaman dhimma isaan tajaajilaniif wajjiin walqabsiisuun ibsameera. Hanqinoonni fayyadama afaaniin walqabatee kitaabilee seenaa keessatti mul’achuun ammoo, seenaan barreeffamu sirriin ergaa darbuu barbaaddame sana jallisuu waan danda’uuf barreessitoonni kitaabilee seenaa barreessan of eeggannoo osoo taasisanii gaariidha. Dhumarrattis, fayyadama afaanii karaa barreeffamaan jiru ilaalchisee hanqinaalee jiran kaasuun yaada furmaataa keessatti kaa’amanii jiru.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023