Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Girmaa Gulummaa Baarkee"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaaccessa Nam-Fakkiilee Asoosama Dheeraa Qaroo Dhiiga Boosse
    (Addis Ababa University, 2021-09) Girmaa Gulummaa Baarkee; Filee Jaallataa Dabalaa (PhD)
    Mata duree qorannoo kanaa “qaaccessa nam-fakkiilee kitaaba asoosama Qaroo Dhiigaa Boosse” jedhu irratti yoo ta’uu qorannoon, Boqonnaalee shanitti qoodamee kan qoratamedha. Boqonnaan tokko seensa, Boqonnaa lama sakatta’a barruuwwan wal-fakkiifi yaadiremeeog-barruu,Boqonnaan sadi imala qorannichaa,Boqonnaa afur qaaccessa ragaalee,Boqonnaa shan,gudunfaa,argannoofi yaada furmaata kan haammatudha.qorannoon kun qaccessa nam-fakkiilee asoosama tokko keessatti argamu gama nam-fakkiileen waan ta’eef gama kaayyoo akkamtaati.Haalli dhiyeenya isaas maalummaa nam-fakkiilee keessatti gargaaran kan ilaallatu mala ibsuutti fayyadamee qoratame.maddi raga qorannoo kana asoosama dheeraa qaroo dhiiga boossee yoo ta’uu tooftaan qaaccessa ragaalee yaadrimee irratti kan xiyyeeffatedha.kana malees, asoosamicha keessatti fakkaattonni maala akka fakkaataniif barreessaan akkamiitti yaaxinaalee ammaayyaa kalatti kanaan jiran waliin wal-qabsiisee hojii isaa dhiyeesse ilaaluun cimina dadhabinni aasoosamicha maal akka fakkaatu adda baasuun yaadawwan furmaataa lafa kaa’amuuf yaalamaniiru. Gama biraan haala hawwaasummaa, xiinsammuu, xiinsammuun ejjennoo, haala barreessaan nam-fakkiilee ittiin uumeefi gahee nam-fakkiilee gurguddoofi xixiqqoo asoosamicha keessatti qaban irratti qorannoon kun adeemsifameera

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023