Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Gaarummaa Nagaasaa"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Fayyadama Afaanii Asoosama „‟Abdii Haadhaa‟‟ Keessatti
    (Addis Ababa University, 2021-02-01) Gaarummaa Nagaasaa; Addunyaa Barkeessaa
    Kaayyoon qorannoo kanaa Asoosama ‘Abdii Haadhaa’ fayyadama afaanii irratti xiyyeeffachuun xiinxaluu yoo ta’u,qoannoon baayeen ogafaa oromootiin gegeefaman.ogbarruun barreeffama afaan oromoo garuu xiyeeffannoo waan argate hin fakkaatu. Ogbarruun afaan oromoo xiyyeeffannoo dhabuun immoo, guddina afaanichaatiif gumaachi inni godhus gadi bu’aata’u danda’a. kunis dhimma fayyadama afaaanii waan ta’eef. Malli qorannoo kanaas, mala akkamtaa keessaa iddattoo akkayyootti fayyadamuun mala miti carraatiin filatamee jira.iddattoo kanaan funaanuunis, mala ibsaa fayyadamuun qaacceffameera.argannowwan qorannoo kanaa barreessaan afaan inni fayyadame malleen dubbii, garaagaraaa akkataa qabiiyyee ergaa isaan dabarsan irratti hundaa’uun ka’ameera. Itti aansunis, fayyadamni jechotaafi mammaaksonni jechoota barsiisuuf mijatoo waan ta’aniif qabiiyyee barnoota dabarsuu danda’aniin barreeffamaniiru. Akka ciminaatti kan ilaalamu jechoonni bakka barbaachisutti galuun fayyadama afaanii sirriitti kan hawaasni oromoo jiruufi jireenya isaa keessatti fayyadamu ta’uu isaati.akka dadhabinaatti kan ilaalaman ammoo, barreessichi darbee darbee sirna tuqaaleefi dogoggora qubee sirrii hin taanetti gargaaramuun isaa mul’ateera. akka furmataatti kan ilaalame afaan oromoo reefuu guddinarra jiru fiixaan baasuuf, barreessittoonni dogoggora qubeefi sirna tuqaalee irratti osoo xiyyeeffatanii gaariidha.akkasumas,asoosaan tokko himoota gar malee dhedheeroo ta’anitti fayyadamuu dhiisee himoota gagabaaboofi giddu galeessan fayyadamuun barbaachisaadha. Garmalee dhedheerachuun himootaa dubbistoota nuffisiisu danda’a.dabalataanis, asoosaan tokko barreeffama isaa gabaaf dhiyeessuun dura,seera qubeessuufi haala qindaa’inabarreeffama isaa irra deddeebi’ee dubbissuun mirkaneessuu qaba.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023