Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Dabalee, Fissahaa"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Mala Marii Gareetiin Afaan Barsiisuu: Haala Barattoota Mana Baruumsa Sadarkaa Lammaffaa Alaltuu Kutaa 9ffaa
    (Addis Ababa University, 2019-08) Dabalee, Fissahaa; Fufaa, Tolamaariyam (PhD)
    Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa, mala marii gareetiin afaan barsiisuu haala barattoota mana barumsa sadarkaa lammaffaa Alaltuu kutaa 9ffaa keessattii mul’atan xiinxaluudh. Malli marii garee hojiirra akka hin oolleef wanttoota kutaa keessatti gufuu ta’an addaan baasuun sakatta’uudha. Rakkoolee muul’atan kana xiinxaluuf, odeeffannoo barbaachisu funaanachuudhaaf, qorannoo makaatti dhiimmaa bahamee jira. Mala iddatteessuu carraa tasaatiin, barattoonni kutaa 9ffaa dhibba tokkoofi afurtamii afuriifi mala kaayyeeffataatiin barsiisotni afur filamanii jiru. Odeeffannoon mala makaatiin, odeefkennitootaa irraa walitti qabame, akkaataa walitti dhiyeenya yaada isaaniitiin walitti qindaa’anii bifa lakkoofsaafi ibsaatiin xinxalamaniiru. Argannoowwan gurguddoon qorannoo kanaan bira gahaman: 1ffaan barsiisonni mana barumsichaa mala baruuf barsiisuu marii gareen afaan barsiisuurra mala barsiisaa giddugaleeffatetti fayyadamanii kan barsiisan ta’uu, 2ffaan miijatummaan haala daree barnootaafi meeshaalee barnootaa mala marii gareen afaan barsiisuuf gahaa kan hin taanee ta’uudha. Dhumarrattis, yaboowwan gurguddoo rakkoo kanaaf ta’uu mala jedhee qorataan abdate kanneen gadiiti: 1ffaan barsiisonni mala marii garee fayyadamanii akka afaan barsiisaniif qaamni ilaalatu gargaarsa barbaachisu gochuu qaba. 2ffaan malli kun hojiirra akka hin oolleef wantoota gufuu itti tahan dhabamsiisuu, qaamni ilaalatuun hundi gahee irraa eegamu bahuu qaba. 3ffaan faayidaa mala kanaa hubachuun manni barumsaa, barsiisaan, barataaniifi maatiin waan irraa eegamu gochuu qabu.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023