Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Caalii Geetahuun"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaaccessa Ergaa Fiilmii Eelaa Irratti Kan Xiyyeeffate
    (Addis Ababa University, 2021-09) Caalii Geetahuun; Siinqinesh Alamuu
    Qorannoon Kun Qaaccessa Ergaa Fiilmii Eelaa irratti kan xiyyeeffateedha.Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa ergaa Fiilmii Eelaa qaaccessuudha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan gahuuf malli qorannoo dhimma itti ba’e mala qorannoo addeessaati. Maddi ragaa qorannoo kanaa madda ragaa tokkooffaadha. Meeshaan funaansa ragaa qorannoo kana gaggeessuuf dhimma itti baane ilaaluun, yaadannoo fayyadamuun Fiilmii Eelaa ilaalaa yaadannoo qabachuudha. Argannoon qorannoo kanaan argames, ergaan Fiilmii Eelaa hawaasaaf darbu kanneen akka diinagdee, Garaagarummaa ilaalchaa dhaloota gidduu jiru gama barnootatiiniifi gama qabeenyaatiin jiruufi dhimmoota hawaasummaati. Dhimmoota haawasumma kan jedhamanis, jaalala, jibba,kabaja, walgargaarsa, xiinsammuufi eenyummaa faadha. Boqonnaa shan keessatti immoo cuunfaa argannoofi yaada furmaataa/yaboo qabee dhiyaate.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023