Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Burtukan Dabalaatin"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Mala Dhiyaannaa Qooddattoota Asoosama Dheeraa Ilillii Ededarraa Keessatt
    (Addis Ababa University, 2014-02-01) Burtukan Dabalaatin; Filee Jaallataa(PhD)
    Kitaabileen afaan oromoon barreeffaman yeroo dheeraan dura hinjiran ture.kitaabilee qofaas osoo hin taane waggoota baayyeef afaan dubbii akka hintaaneef dhiibbaan adda addaa irratti geggeeffamaa tureera.Kunimmoo guddina afaan kanaan quucarsuu keessatti gahee gudda abahatee jira.Dhaloonni bara mootota abbaa irree keessa dabarse hunduu afaan kana dubbachuun itti ulfaachuu irra darbee maqaa afaan sanaan moggaafaman arguun baayyee ulfaataa ture. Kana irratti hundaa'uu Qorannon kun xinxala mala qooddachiisuu asoosama Ililli Eededarra jedhu irrati kan gaggeffameedha .Kaayyoo guddaan qorannichaa sakkatta`afi malawwan qooddachisa barreesssan asoosama kana keessatii itti fayyadamee agarsiisuu yoo yoo ta`uu : mata dureee kana jalattii akaakuu qoddattoota ,ga`ee isaanii ,haallii isaan qooda ittii fudhaatan, amala fakkaattoota kannnen muraasaafi qooddachisaa bifa gabaabaa ta`een ni kaa`a. Kana malees asoosamicha keessatti fakkaattoonii jiraan maala akka fakkatanii fi barressaan akkamittii yaaxxinaalee ammayyaa kallatti kanaan jiran waliin walqabsiisee akka hojii isaa akka dhiyeessu ilaaluunfi ciminaa dadhabinni asoosamichaa maal akka fakkatu addan baasuun yaadawwan furmaataa lafa kaa`amuuf yaalamaniiruu .Gama biraan haala haawaasummaa, ximsammun, ejjennoo, haala barressan qoddattota ittin umeefi gaheeqoddattota ittin uumeefi gahee qoddattoota gurguuddoof xixxiqqoo asoosamicha kessatti qabaniirratti hundaa`uun qorannon Kun adeemsifameera

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023