Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Bokkee, Waaqumaa"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Asoosamoota ‘Imaanaa Imaltuufi Imimmaan Haadhaa’ Ija Yaaxina Feeminizimiin
    (Addis Ababa University, 2019-08) Bokkee, Waaqumaa; Jaallataa, Taaddasaa (PhD)
    Asoosamni daawwitii jireenyaa namoonni ittiin of ilaalan yoo ta‟u, barreessitoonnis addunyaa dhugaa kun keessa jiru irratti hundaa‟uudhaan fakkeessanii jiruufi jireenya keessatti wantoota raawwataman ibsu.Haaluma kanaan qorannoon baay‟inaan asoosamaoota garaagaraa qaaccessuu irratti xiyyeeffatan waan hin argamneefi guddina ogbarruu Oromootiif bu‟aa buusuu danda‟a jechuun xiyyeeffannoo isaa godhateera. Qorataan kun immoo asoosamni kun gama feeminizimiin walqabatee maalfakkaata kan jedhu irratti hundaa‟uudhaan „Xiinxala Asoosama Imaanaa Imaltuufi Imimmaan Haadhaa Ija Feeminizimiin‟ mata duree jedhu irratti daangeffamuun kaayyoo isaa asoosama Imaanaa Imaltuufi Imimmaan Haadhaa Ija Yaaxina Feeminizimiitiin xiinxaluu kan jedhu irratti daangeffateera.Daangaan isaa Immoo kitaabilee kanneen lamaan qofaafi yaaxinoota keessaa immoo feeminizimii irratti kan hundaa‟eedha.malli qaorannoo kanaa immoo qaaccessa asoosamoota waan ta‟eef mala akkamtaatti dhimma kan bahe yoo ta‟u, meeshaaleen funaansa ragaalee immoo sakatta‟a asoosamichaati yookiin dokumentiiti jechuudha.Dhuma irrattis xiinxala feeminizimii kana keessatti argannoowwan kanneen akka ciminnifi hanqinni dubartootaa asoosama lachuu keessatti mul‟achuu, olaantummaan warra dhiirotaa gama hawaassummaa, dinagdeefi siyaasaatiin jirachuu, haa ta‟u malee siyaasa keessatti dubartoonnis gahee qabaachuu, Barreessitoonni lachuu dhiirummaafi dubartumaa ibsuuf jechoota dhiirota akka gootaa, cimoo, olaantummaan jiraatanii, fedhii fooniif jecha dubartoota gowwoomsaniitti ka‟aamaniiru, Gama Dubartootaatiin immoo jechoota safuu faana walqabatan, Bareedinaafi fokkina ibsan, gadaantummaa isaanii agrsiisan garaagaraatti dhimma bahameera.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023