Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Ayyaantuu Badhaasaa"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Itti Fayyadama Malleen Dubbii Dilbii Walaloo Qaallicha Gaafadhu Keessatti
    (Addis Ababa University, 2021-09) Ayyaantuu Badhaasaa; Asafaa Tafarraa (PhD)
    Xiyyeeffannoon qorannoo kanaa "xiinxala Itti Fayyadama Malleen Dubbii Kuusaa Walaloo Qaallicha Gaafadhu" jedhu irratti kan qoratame dha. kaayyoon qorannoo kanaas maalummaa malleen dubbii addeessuu, akaakuuwwan malleen dubbii kitaaba walalichaa keessatti argaman muraasa adda baasuu , itti fayyadama malleen dubbii agarsiisuu, akaakuwwan malleen dubbii barreessaan walaloo kana keessatti irra deddeebiin fayyadame addaan baasuu kanneen kana deebisuuf qoratame. barbaachisummaan firii qorannoo kanaa namoota mataduree kanarratti qorannoo gadi fageenyaan geggeessuu barbaadaniif ka'umsa ta'uu ni danda'a, dubbistoota walaloo kana dubbisanii hiikni isaa ykn waloon kun maal jechuu akka barbaade hubatamuufii dide yoo jiraatan qorannoon kun karaa agarsiisuu danda'a, madda ragaa ta'ee tajaajiluu, fa'a. malli iddatteessuu qorattuun gargaaramte mala iddatteessuu akkayyoo /purposive sampling dha. qorannoon kun gosa qorannoo ibsaa ta'ee gosa qorannoo akkamtaa/qualitative description fayyadamame. meeshaan funaansa ragaa dokumentii sakatta'uu yoo ta'u, madda ragaa duraa irraa odeeffannoon funaanamee xiinxalame. qorannoon kun boqonnaa shanitti hojjetamee kan xumurame yoo ta'u, boqonnaa jalqabaa keessatti ariirrata qorannoo, sababa ,kaayyoo, faayidaa, daangaa, hanqinaafi qindoomina qorannootu dhiyaate. boqonnaa lammaffaa keessatti ammoo sakatta'a barruu yaadrimeefi walfakkiitu dhiyaate. boqonnaa sadii keessatti malleen qorannoo yoo ta'u, boqonnaa afur xiinxala odeeffannoo, boqonnaan shanaffaan cuunfaa, argannoofi yaboo qorannootu dhiyaate.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023