Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Asteer Waaqgaarii"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Haala Dhiyyaannaa Seerluga Afaan Oromoo, Kitaaba Barnootaa Afaan Oromoo Kutaa 10ffaa.
    (Addis Ababa University, 2021-09) Asteer Waaqgaarii; Taadessa Jaalataa
    Kaayyoon qorannoo kanaa haala dhiyaannaa Seerluga kitaaba barnootaa Afaan Oromoo kutaa 10ffaa kan bara 2005 maxxanfame xiinxaluu yoo ta’u, galma gahinsa kaayyichaatiif kitaabni barataa Sakata'amee jira. Daangaan qorannoo kanaa kitaaba barataa Afaan Oromoo kutaa10ffaa kan bara 2005(2012) maxxanfame kan yeroo wagga darbee hojiirra ture irratti. kitabilee adda addaa sakatta'udha Saxanni qorannichaa makaa ta'ee ibsaadha.Irraawwatamni qoranichaa kitaaba barnootaa Afaan Oromoo kutaa 10ffaa yoo ta'u,mala iddatteessuu miti carraan kitaaba barnootaa Afaan Oromoo filachuun seerluga kitaabicha keessatti argaman xiinxalee jira. Sababni malli iddatteessuu miti carraa filateef, odeeffannoo kaayyoo kana galmaan gahan argachuufi.Odeeffannoon itti dhimma bahame Madda ragaa tokkoffaadha. Kunis kitaaba barnootaa Afaan Oromoo kutaa 10ffaa yommuu ta'u, hiikaa fi xiinxalli ragaalee bifa gabateewwan garagaraa fayyadamuudhan xiinxalameera. Xiinxallii kanarratti hundaa'uudhaan argannoon bira gahamee haalli dhiyaannaa qabiyyee kitaaba barnootaa Afaan Oromoo kutaa 10ffaa kallattiidhaan seerluga shaakalshiisuuf kan dhiyaatan dhibbeentaan qabiyyee kitaabichaa keessaa 61.11% fi gilgaalota 25 keessaa 5 ibsa fakkeenyaan deeggarame dhabuusaa qorannoo kanaan bira ga’ameera.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023