Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Alii, Tacaanee"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xinxaala Haala Raawwii Duudhaalee Amantaa Waaqeffannaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsoo
    (Addis Ababa University, 2019-08) Alii, Tacaanee; Jaalataa, Taaddasaa (PhD)
    Kaayyoon qorannoo kanaa xinxaala haala raawwii duudhaalee amantaa waaqeffannaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsoorratti kan xiyyeeffateedha, Duudhaaleen amantaa waaqeffanna ateeteefi irreechaa haala raawwii isaa, hirmaattota isaa akkaatasa itti raawwatu maaliif akka raawwatamu, eenyuun akka raawwatamu, maaltu akka raawwatau maaliif kaa raawwatamufi hawaasa biratti maal akka fakkaatu qaacceffameera. Kana malees amnataan waaqeffannaa kun duudhaa hawwsaa gama aadaatiin, gama amantaatiinfi gama siyaataatiin akkamitti akka calaqqisiifamu tarreeffamaniiru. Sadarkaan sirna kabaja duudhaalee amantaa waaqeffannaa ateeteefi irreechaa yeroo ammaa irra jiru ibsamaniiru. Qorataan kun qorannoo kanaas, mala qorannoo akkamtaa fayyadamuun namoota waa’ee amantaaa waaqefffannaa ateeteefi irreechaa beekaan jedhamanii mala iddatteessuu miti carraa filataman irraa odeeffannoon funaanamuun qaacceeffameera. Qorannoo kana galmaan ga’uuf, tooftaalee funaansa ragaalee kanneen akka, af-gaaffiifi daawwannaa fayyadameera. Odeeffannoowwan funaanamanis akkaataa wal-fakkeenya isaaniitti qindeessuun mata duree itti kennuun qaacceffamuun ibsamaniiru. Odeeffannoowwanaf-gaaffiifi daawwannaan argaman walitti qindeessuun argannoowwan teechifamaniiru. Yaboo qorannoo kanaatin xiyyeeffannoon barbaachisaa ta’e akka kennamuufi qabu akeekni ijoo ta’e kennameera. Kana irraa kan ka’e qorataan qabxii gara gara irratti qaamni ilaallatu akka hojjatuuf yaboo kaa’ee jira. Qaamni dhimmi ilaallatu akka beekkamtii kennuufi hawaasnis gama isaatiin waan isarraaa eeggamuu qabu akka raawwatu yaanni taa’era . Haala kabaja sirna kanaa akkuma sirnoota kaanii beekkamtiin kennameefi mariin hawaasaa irratti taasifamee fooyya’uu akka qabu waajjirri Aadaafi Turizimii Aanaa Warra Jaarsoo akka irratti hojjachuu qabu qorataan kun yaboo isaa keessatti ibse.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023