Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Addunyaa, Adaanaa"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Qaaccessa Afoola Daboo Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Sooddoo Daaccii
    (Addis Ababa University, 2018-08) Addunyaa, Adaanaa; Taliilaa, Xilahuun (PhD)
    Akka aanaa Sooddoo Daacciitti hawaasni Oromoo daboodhaan yommuu walbira dhaabbatanii walgargaaran afoolatti dhimma bahu. Faayidaan afoolli hojii daboo irratti qabu qorannoon deeggaruu dhaloota dhufuuf tursuun ka’umsa qorannoo kanaati.kaayyoon qorannoo kanaas afoola daboo aanaa Sooddoo Daaccii qaaccessuun dhiyeessudha.Adeemsi qorannoon kun keessa bahe maddi ragaa hawaasa aanichaa irratti kan hundaa’e ta’ee, mala iddatteessuu kaayyoo irratti hundaa’een fayyadamuun, namoota aanicha keessaa afoola daboo irratti dhiyaatu beekan irraa ragaa afgaaffii, daawwannaa, marii garee xiyyeeffataafi sakatta’a dookumentii gaggeessuun kan fudhatameedha. Haaluma kanaan, afoola daboo keessatti fayyadan keessattuu faaruuwwan yookiin weedduuwwan daboo qonnaa, haamaa, midhaan dhahiinsaa irratti xiyyeeffatamee kan qaacceffamaniiru.Bu’aan qorannoo kanaas, afoolli hojiiwwan daboon hojjetaman kanneen akka daboo qonnaa, haamaafi midhaan dhahiinsaa irratti akka tajaajilan, afoolli akaakuuwwan daboo irratti dhiyaatan tokkummaafi garaagarummaa qabaachuu isaanii, afoolli daboo kanneen akka sirbaa, faaruufi eebbaa yommuu dhiyaatan faayodaalee kanneen akka; barsiisuu, gorsuu, to’achuu, miliquu kan kennan ta’uu, akkasumas, qabiyyeewwan kanneen akka hawaasummaa, diinagdee, onnachiisuufi qeequu akka ofkeessaa qaban argadheera. Haata’u malee, haala qabatamaa yeroo ammaa kanaan xiyyeeffannoo afoolli daboo kun qabuxiqqaadha.kanaafuu, yaboon qorannoo kanaaafoolli hojiiwwan daboon hojjetaman irratti dhiyaatu kun xiyyeeffannoon itti kennamee osoo barreeffamatti jijjiiruun walitti qabamee olkaa’ame. waajjirri aadaafi tuurizimii aanichaafi qaamni dhimmi ilaalu hundi xiyyeeffannoo itti kennee afoola manguddoota bira jiru kana bifa waraabbii sagalee, suursagaleefi viidiyoon walitti qabuun barreeffamatti geeddaruu kaa’e.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023