Repository logo
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
Repository logo
  • Colleges, Institutes & Collections
  • Browse AAU-ETD
  • English
  • Català
  • Čeština
  • Deutsch
  • Español
  • Français
  • Gàidhlig
  • Italiano
  • Latviešu
  • Magyar
  • Nederlands
  • Polski
  • Português
  • Português do Brasil
  • Srpski (lat)
  • Suomi
  • Svenska
  • Türkçe
  • Tiếng Việt
  • Қазақ
  • বাংলা
  • हिंदी
  • Ελληνικά
  • Српски
  • Yкраї́нська
  • Log In
    New user? Click here to register. Have you forgotten your password?
  1. Home
  2. Browse by Author

Browsing by Author "Abbabaatiin, Firehiwoot"

Now showing 1 - 1 of 1
Results Per Page
Sort Options
  • No Thumbnail Available
    Item
    Xiinxala Maqaalee Dhaabbilee Daldalaa: Xiyyeeffannoon Bulchiinsa Magaala Sabbataafi Buraayyuu Firehiwoot Abbabaatiin
    (Addis Ababa University, 2019-08) Abbabaatiin, Firehiwoot; Barkeessaa, Adunyaa (PhD)
    Qorannoon kun maqaalee dhaabbilee daldala Bulchiinsa Magaalaa Burayyuufi Sabbataatti maal akkafakkaatu xinxaluu irraatti xiyyeeffata. Kaayyoowwan qorannichaa maqileen dhaabbilee daldalaafi omisha daldalaa Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuufi Bulchiinsa Magaalaa Sabbataa keessatti afaan kamiin akka moggaafamaniifi afaan kamiin akka barreeffaman xiinxaluun dhiibbaa isaan eenyummaa hawaasa magaalichaa irratti qaqqabsiisaa jiran addaan baasuudha. Kaayyoo kana galmaanga’uufis iddatteessuu miti carraatti gargaaramuun odeeffattoonni filatamanii jiru. Odeeffattoota kanarraas meeshaalee funaansa ragaa af-gaaffii, daawwannaafi mariigareetti dhimma bahamee ragaan walitti qabamee jira. Ragaaleen walitti qabamanis kan qaacceffaman mala akkamtaafi ammamtaan yoo ta’u, kunis jechaafi lakkoofsaan ibsuun hiikni itti laatamee jira. Argannoon qorannichaa akka mul’isutti, dhaabbilee daldalaa Bulchiinsa Magaala Buraayyuufi Bulchiinsa Magaalaa Sabbataa maqaalee dhaabbata daldalaafi omisha isaanii moggaafachuuf Afaan Ingilizii, Afaan Amaaraafi Afaanoota biroon walmakaa baldhinaan kan fayyadaman yoo ta’u, Afaan Oromoo qofa kan fayyadaman kan hinjirre ta’uu, moggaasa maqilee dhaabbilee daldalaa ilaalchisee Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin qajeelfamniifi labsiin bahe jiraatus, xiyyeeffannoo kan itti hinkennine ta’uun bira gahamee jira. Rakkooleen kun ammo AfaanOromoo Afaan daldalaa ta’uun akka dagaagu gochuuirratti dhiibbaa guddaa kangeesisuudha. kanaaf qorattuun, moggaasa maqilee dhaabbilee daldalaa ilaalchisee Biiroon Aadaaf Turiizimii Oromiyaa haala qabatamaa ammatti jiru irratti hundaa’ee labsiifi qajeelfama aangoon kennameef itti fayyadamuun, caasaaleen hanga gadiitti isa jalatti hogganaman abbootii qabeenyaaf hubannoo gahaa akka kennan taasisuun, akkasumas akka hordofaniifi to’atan gochuun irratti yoo hojjate, rakkoo kanaaf furmaata nita’a jettee amanti.

Home |Privacy policy |End User Agreement |Send Feedback |Library Website

Addis Ababa University © 2023