Lataa Fayyisaa (MA)Gammadee Taarreqeny2024-01-182024-01-182023-11-01https://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1419Kaayyoon gooroo qorannoo kana goosota waldhabbii asoosama dheeraa Ilkee Arrabaa jedhu keessatti argaman adda baasuun qaaccesssuudha.Milkaa'ina kaayyoo kanaafis kitaaba assoosama "ilkee arrabaa"jedhu bifa sakatta'a dokumentiin sakattameera. Qorannoon tokko mala ottiin adeemsifamu qaba.Qorannoo kunis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun kan adeemsifamedha.Akkasumas mala iddatteessuu keessaa immoo miti Carrara(non probability) keessaa akkayyootti fayyadamuun kan geggeeffamedha.Gosoonni waldhabbii asoosama kana keessatti argamanis lakkoofsaan sadiidha.Isaanis:Waldhabbii qooddataafi qooddataa,waldhabbii qooddataafi sammuu isaafi waldhabbii qooddataafi uumamaati.Haaluma kanaan gosoonni waldhabbii kun kaayyoowwan gooree qorattuun kun kaayyeffattee kaate irratti hundaa'uun walduraa duubaan xiinxalamee jira.Dhuma irrattis qorattuun kun guduunfaa,argannoowwaniifi yaadota furmaataa keessee jirtiorXiinxala Waldhabbii Asoosama Dheeraa Ilkee ArrabaaThesis