Addunyaa BarkeessaAyyaanee Waaqbulchoo2023-12-292023-12-292021-02-01http://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1313Qorannoo kun kan inni irratti gaggeeffame qaaccessa ergaa sirbaImaanaa Dhalootaa jedhu,kan weellisaan Aagaa Hirkoon kan bara 2017 Maxxanfamee irrattidha.Kayyoo qorannichas ergaa sirba Imaanaa Dhalootaa jedhu qaaccessuuyoo ta'u,malli qorannoo kun itti dhimma bahame mala qaronnoo akkamtaati.maddi ragaa qorannichaa maddaa ragaa tokkoffaatti.mallii iddatteessuu qorataan dhimma itti bahe mala Iddatteessuu mitii carraa keessa Akkaayyooti.malli funaansaa ragaa qoranno kanaa sakkatta'a Dokumeenti .Dhuma irratti sirbi ergaa inni dabarsuu kessa humna cimaa waan qabuuf namoonni sirba maxxanfachu barbadaniif ergaa haalayerootiin walqabatu irratti xiyyeeffachuun qopheessani yoo dhiyeessan caalmati filatama akka ta'e ibsamee Jira.orQaaccessa Ergaa Sirba Imaanaa Dhalootaa Jedhu Kan Aagaa Hirkoo Bara (2017) Maxxamfame Irratti Kan XiyyeeffateThesis