Amaanu'eel Alamaayyoo (PhD)Malkaamee Fufaa2023-12-292023-12-292021-09http://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1302Qorannoon Kun Xiinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Imaanaa Imaltuu irratti kan xiyyeeffateedha.Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa haala itti fayyadama afaanii barreessaan Asoosamaa Imaanaa Imaltuu itti gargaarame xiinxaluudha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan gahuuf malli qorannoo dhimma itti baane mala qorannoo akkamtaati. Maddi ragaa qorannoo kanaa madda ragaa tokkooffaa kitaaba asoosama Imaanaa Imaltuudha. Meeshaan funaansa ragaa qorannoo kana gaggeessuuf dhimma itti baahe kitaaba asoosama kana dubbisuu yaadannoo fayyadamuudha. Argannoon qorannoo kanaan argames, kitaaba kana keessatti sirna qubeessuu, itti fayyadama jechoota Ergisaa, itti fayyadama jechoota loogaa, itti fayyadama filannoo jechootaafi waantoonni kana fakkaatan kan ilaalameedha. Boqonnaa afuritti keessatti cuunfaa argannoofi yaada furmaata qabatee kan dhiyaateedha. Walumaa galatti qorannoon kun boqonnaa afuritti qoodame dhiyaate.orXiinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Dheeraa Imaanaa ImaltuuThesis