Tolemaariyaam Fufaa (PhD)Sobbooqaa Jireenyaa2024-01-182024-01-182023-11https://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1416Kaayyoon qorannoo kanaa Sakatta’a itti fayyadama jechoota dogongora qubeessuu asoosama Dhundhuma hindhumanne keessatti.Kaayyoon boqonna tokko keessatti seenduubee qorannoo kan ibsuka’umsa qorannicha ibsu kaayyoo gooroofi goree ibsu faayyidaa qorannichaa dangaa qorannichaa malawwan qorannichii itti gaggeeffame ibsufi sakatta’a barruu, sakata’un ibsu fi sakata’a barruu gama fayyadama jchootan jiran jiran ibsu, faayyidaa jechaa sakatta’udha. qoannoo kunis sakata’a itti fayyadama jechootaafi dogongora qubeessu asoosama kana keessatti argaman gosaa gosaan qooqqodduun, ibsufi irratti sakata’a taasiisuu jechoonni dogongora kun jechoota loogaa akkamii akka fayyadaman afaan ergisaa akkamii akka fayyadaman jechoota saalfee inni fayyadamee ibsudha.Akkasumas jechoota dogongora qubeessuu keessatti mul’atan kan akkamii akka ta’an jechoota laafaa dheeraa, akkasumas jechoota jabaa dheeraa jecha jabaa gabaabaa, kan ofkeessatti qabatan kan ibsudha.Akkasumas cuunfaa ibsaniidhaorSakatta’a Itti Fayyadama Jechootaafi Dogongora Qubeessuu Asoosama Dhundhuma Hindhumanne KeessattiThesis