Tolemaariyaam Fufaa (PhD)Abdulmannaan Imaam2024-01-032024-01-032021-06-01http://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1389Qorannoon kun Xiinxala qabiyyee qophii qoraasuma raadiyoo Itoophiyaa irratti kanadeemsifameedhe. Kunis boqonnaa afuritti qoodamee kan dhiyaatedha. Innis boqonnaa tokkokeessatti seensa, Seenduubee qorannichaa, Ka'umsa qorannichaa, Kaayyoo qorannichaa jelatti;kaayyoo gooroofi kaayyoo gooree qorannichaa daangaa qorannichaa, hanqina qorannichaafimalafi saxaxaan qorannichaa kan dhiyaatudha. Boqonnaa lama jelatti sakatta'a barruuyaadrimeefi sakatta'a barruu walfakkiitu dhiyaate. Sakatta'a barruu yaadrimee jelatti ibsaraadiyoo tamsaasaa, hiika sagantaa raadiyoo, haala dhiyeenya unkasagantaa raadiyoo, haalaxiinxala qabiyyee sagantaa raadiyoo, faayidaa sagantaa raadiyoo jelatti:barsiisuu, bohaarsuuwalitti dhufeenya uumuu, odeeffaannoo kennuufi sakatta'a barruu walfakkiiti. Boqonnaa sadiijelatti qaaccessaafi xiinxalaragaaleekandhiyaatedha.Kunishaalhundeeffamaqophiiqoraasuma, haala dhiyeenya unka qophii qoraasuma, kaayyoo qophiiqoraasumafiqabiyyeenqophichaakanxiinxalamaniidha. Boqonnaan afur immoo cuunfaa argannoofi yaadafurmaataaqabateekandhiyaateedhaorXiinxala Qabiyyee Qophii Qoraasumaa Raadiyoo Itoophiyaa Sagantaa Afaan OromooThesis