Qaabatootiin, Guddataa
(Addis Ababa University, 2008-07)
Qorannoon kun, qaaccessa qaboo yaa’ii waajjiraalee mootummaa Aanaa Adaabbaa irratti xiyyeeffata. Qaaccessi taasifames, amalaafi qabiyyee unka qaboo yaa’ii irratti kanhundaa’eedha.Kaayyoo qorannoo kanaa galamaan gahuuf, ...