Aagaa, Dammituu
(Addis Ababa University, 2019-08)
Qorannoon tokko yeroo gaggeeffamu kayyoo mataasa qaba.Kaayyoon qorannoo kanaas xiinxala qabiyyee af-walaloo geerarsa Oromoo Maccaa irratti xiyyeeffata. Barruuleen qorannoo kana faana walittii dhufeenyaa qabaniis ...