Toleeraa, Iteenesh
(AAU, 2020-06)
Kaayynoon qorannoo kanaa inni guddan Afseenessa Oromoota Finfinnee keessatti Bakka
Jireenyaa Isaanii Irraa Buqa’anii Xiinxaluudha. Kunis jiruufi jireenyi buqqaatota kanaa otoo
qe’ee isaanii irraa hin buqqa’iin duraafi ...