Laayyoo, Qixxeessaa
(Addis Ababa University, 2008-07)
Qorqnnoon kun xiinxala hiika mallattoolee aadaa haala ittifayyadamaa keessatti Godina Horroo Guduruu aanaa Habaaboo Guduruu keessatti muul‟atu qaaccessuu irratti kan xiyyeeffatedha. Dabalataanis, sirnoota guyyaa ayyaana ...