Sobbooqsaa, Tasfaayee
(Addis Ababa University, 2019-08)
Qorannoon kun faayidaa hibboon Oromoo guddina ijoolleetiif qabu qaaccessuurratti xiyyeeffata. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaas, faayidaa hibboon Oromoo guddina ijoolleetiif qabu qaaccessuun ibsuudha. Kaayyoon gooree qorannoo ...