Tashoomaa, Tasfaayee
(Addis Ababa University, 2010)
Kaayyoon qorannoo kanaa moggaasa maqaa Ilmaan Karrayyuu haala qabatamaa Aanaa Fantaallee akkamiin akka gaggeeffamu qaaccessuudha. Xiyyeeffannoon qorannaa kanaas maalummaa maqaa, moggaasa maqaa, faayidaafi bu’ura moggaasa ...